Gowwoomsaa ayyaanaa irraa of eegaa
Akkuma waktiin ayyaanaa namoota miliyoonota toora interneetii irratti bittaa, qunnamtii fi kabajaa gochuuf kan fidu, gowwoomsitoonni tooftaalee haaraa fi caalaatti ulfaataa ta’aniin carraaqqii isaanii dabalaa jiru. Meta’n hubannoo fi amaloota nageenyaa haaraa waltajjiiwwan keenya hunda irratti argaman qooduudhaan siifi namoota jaallattu eeguu akka dandeessan gargaaruuf kutannoo qaba.